App Profile: Herrega Zakaa

Android / Games / Puzzles
Herrega Zakaa
Installs:
Rating:
0.00
Total Reviews:
0
Top Countries:
NL, NO, ZA
< $5k
/mo
< 5k
/mo
Reviews: What People Think About Herrega Zakaa
Jujufine
Rating: 5/5
Maashaa’a Allaah rabbin jazaa kessan janattaan isiniif haa kafaluu App heddu waan gaaridha akkanumati waan biralle ka shari’aa islaamaa afaan oromotin akka iratti hojjattan rabbiin isiniif haa laafisu
About Herrega Zakaa
Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kana fayyadamuu dandeysu.

Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati.

Bu’aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan:
- Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf
- Dahaba (Ziqaya) fi Meeta (Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi
- Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi.

Appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu
zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).
File size: 7991296
Launched countries: USAUCACNFRDEGBITJPKRRUDZAOARATAZBHBBBYBEBMBRBGCLCOCRHRCYCZDKDOECEGSVFIGHGRGTHKHUINIDIEILKZKEKWLBLTLUMOMGMYMTMXNLNZNGNOOMPKPAPEPHPLPTQAROSARSSGSKSIZAESLKSECHTWTHTNTRUAAEUYUZVEVNBOKHEELVNIPYAFGEIQLYMAMZMMYE
Minimum OS version: 13.0
Release Date: 1645171200000
Published by OSAMA MOHAMMED ALI
Website url:
Publisher country:
Copyright © 2025. Made with ♥ in London by AdScan.ai